Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa icon

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

4.0 for Android
4.6 | 5,000+ Installazioni

Ethiomapps

Descrizione di Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Appio qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo Balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo Waan ta'eef Appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun Kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. Innii Guddaan Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irrava Kanan Ittii Galchee Yeroo Tahuu KonkolaAchistatatta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA. Dhummaa Irrattis Ogumumkaa KonkolaAchisuma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu Vidiyoo Youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkooleen Usee Yoo Jiraatani, Gaffefii Deebii Yoo Jiraates Anii Nama Tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galat homaaa.

Informazione

  • Categoria:
    Educativi
  • Versione corrente:
    4.0
  • Aggiornata:
    2021-02-28
  • Dimensioni:
    6.9MB
  • È necessario Android:
    Android 4.1 or later
  • Sviluppatore:
    Ethiomapps
  • ID:
    com.ethiomapps.afanoromoquiz
  • Available on: