Appii qormaataa Fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf กาฬ nakakaase rakkoo Balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii Hangaan dhalataa biyyaa คะ ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo หวาน ta'eef appii คะ keessatti gafilee fillanno, dhugaa Fi โซบะ akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun อิทธิ galcheera เผ่าพันธุ์ fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo ฮิ haafu Innii Guddaan Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irraa Kanan Ittii Galchee Yeroo Tahuu Konkolaachistaotta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA Dhummaa Irrattis Ogummaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu Vidiyoo Youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa RakkooLeen Usquee Yoo Jiraatani, Gaffifii Deebii Yoo Jiraatees Anii Nama Tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galat homaaa