Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa icon

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

4.0 for Android
4.6 | 5,000+ Mga Pag-install

Ethiomapps

Paglalarawan ng Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota Heddu dubbisuun kaan ammoo Afaan amaaraa irraa hiikuun Itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistaotta hundaaf bayyee gargaer dha. Dhummaa irratesta ogummaa konkolaachisumma akkasumaas konkolaata kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen usquee yoo jiraatani, gaffifii deebii yoo jiraatees ani nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galat homaaa.

Impormasyon

  • Kategorya:
    Pang-edukasyon
  • Pinakabagong bersyon:
    4.0
  • Na-update:
    2021-02-28
  • Laki:
    6.9MB
  • Nangangailangan ng Android:
    Android 4.1 or later
  • Developer:
    Ethiomapps
  • ID:
    com.ethiomapps.afanoromoquiz
  • Available on:
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
    AfanOromoQuiz 2.0
    6.4MB
    2020-03-06
    APK
    Picture
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
    AfanOromoQuiz 1.0
    6.4MB
    2020-02-22
    APK
    Picture