Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

4.6 (37)

Pendidikan | 6.9MB

Penerangan

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo Balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo Afaan amaaraa irraa hiikuun Itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. Inniai Guddaa Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irraa Kanan ITTII Galchee Yeroo Tahuu Konkolachistaotta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA. Dhummaa irrattis Ogummaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata kan Jedhuu Vidiyoo Youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkoolele USQuee Yoo Jiraatani, Gaffifii Deebii Yoo Jiraatees Anii Nama Tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com Na-Qunnamaa Galat Homaaa.

Show More Less

Maklumat

Dikemas kini:

Versi Semasa: 4.0

Memerlukan Android: Android 4.1 or later

Rate

Share by

Awak juga mungkin menyukai