Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

4.6 (37)

Giáo dục | 6.9MB

Mô tả của

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun Kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun ITTI galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. Innii Guddaan Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irraa Kanan Itii Galchee Yeroo Tahuu Konkolaochistaota Hundaaf Bayyee Gargaara Dha. Dhummaa Irrattis Ogummaa Konkolaochisumma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu Vidiyoo YouTiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkooleen Usquee Yoo Jiraatani, Gaffii Deebii Yoo Jiraites Anii Nama Tokko Emeelii Kiyya Bitneta @ gmail Na-Qunnamea Galat Homaaa.

Show More Less

Thông tin bổ sung

Đã cập nhật:

Phiên bản hiện tại: 4.0

Cần có Android: Android 4.1 or later

Rate

Share by

Đề xuất cho bạn