Oromoon saba aadaa,afaanii fi duudhaa mataa isaa qabudhu.Aadaa ,afaanii fi aartii Oromoo guddisuu fi barsiisuuf platform Qubee App jedhu irratti walitti qabuuf kan yaadamedha.Fakkeenyaaf Waloo,Makmaaksa,Baacoo Oduu durii,Hibboo,aadaa,fi k k f
Qubee App 1.0
Aadaa ,afaani fi aartii oromoo irratti hojjetamaa kan jiru Qubee App gadi dhiifameera!
Baga gammaddan!
Dhaabbata Qubee Tech irraa