Oromoon saba aadaa, afaanii fi duudhaa mataa ISAA qabudhu.Aadaa, afaanii fi aartii Oromoo guddisuu fi barsiisuuf platform yang Qubee App jedhu irratti walitti qabuuf kan yaadamedha.Fakkeenyaaf Waloo, Makmaaksa, Baacoo Oduu durii, Hibboo, aadaa, fi k k f
Qubee App 1.0
Aadaa ,afaani fi aartii oromoo irratti hojjetamaa kan jiru Qubee App gadi dhiifameera!
Baga gammaddan!
Dhaabbata Qubee Tech irraa