Maqaa Oromoo icon

Maqaa Oromoo

현재 버전: 3.0
1.5MB 10,000+ 4.7 4.65
Price: $0

기술 Maqaa Oromoo

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu. “Foolii gaarii mannaa, maqaa gaarii wayya jedhe arjaan” akkuma jedhan Maqaan hunduu hiikaa fi waan ibsu qaba. Yeroo ammaa kanatti, oromoon maqaa hiika cimaa qabuufi miidhagaa ta’e ijoolleesaaf baasaa jira. Kun immoo guddina Afaan Oromootiif gahee ammana hin jedhamne qaba. Dabalataanimmoo ijoolleen maalummaa isaanii sirritti hubachaa adeemu. Kana booda afaan ormaatiin: baqqalaa, birhaanuu, tsahaay, kabbadaa…
jechuun hafee
Eebbisaa, Murteessaa, Iftuu, Faayaa, Aagaa, Kanaa’ol, Falmattuu… kan jedhan moggaafamuu qabu. Sababnisaa maqaawwan ormaa dhaloota qubee wojjiin kan deeman miti! Maqaan kee keeti, kan ormaa kan ormaati waan ta’eef keen booni..! Barri maqaa ufiitti qaana’an darbeera waan ta’eef.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.
Contact details
Email: [email protected]
Phone: +251962055934

더보기 접기

새로운 소식 Maqaa Oromoo

-UI Improved
-bugs fixed

정보

PackageName icon
ID:
com.orosoft.maqaa
category icon
범주:
update icon
업데이트 날짜:
2019-02-15
version icon
현재 버전:
3.0
requirements icon
필요한 Android 버전:
Android 4 or later
google play icon
Available on:
filesize icon
크기:
1.5MB
DOWNLOAD IS NOT SUPPORTED IN WEB STORE!
Use the latest version of 9Apps to download APK&OBB file of games in one click!
DOWNLOAD 9APPS