Oromo Dr icon

Oromo Dr

Version: 1.0
4.5MB 50,000+ 3.0 3
Price: $0

Description Oromo Dr

Naannoo nuti keessa jiraanu,
qulqullinni qilleensaa nuti fudhannu wantootni nuti nyaannuuf dhugnu fi wantootni ijaan
mul'ataniif hin mul'anne muraasni fayyaa keenyaarratti miidhaa garaagaraa fidu. Namni
tokko fayyaa kan jennu, qaamaan fayyaa yoo tahe, sammuun fayyaa yoo taheef hawaasa
waliin jiraati waliin nageenya yoo qabaate fayyaadha jechuu dandeenya. Kanaaf haala
nyaata keenyaa fi itti fayyadama nyaatan, akkataa jireenya
keenyaan, qulqullina
nyaataan, qulqullina qaamaan, araadawwan garaagaraan, haala walii galtee hawaasa
waliin qabnuun fi kkf Fayyaan keenya hubamuu danda'a. Namni tokko yoo fayyaa tahe
ka'ee deemuu danda'a, Yoo fayyaa ta'e baratee iddoo guddaa ga'uu danda'a, yoo fayyaa
ta'e hojjettee nyaachuu danda'a. Kanaaf Fayyaa keenya haa eeggannu.

Show More Less

What's New Oromo Dr

Dr Naafyaad Geetuu
Fayyaan keenya faayaa keenya.
Naannoo nuti keessa jiraanu,
qulqullinni qilleensaa nuti fudhannu wantootni nuti nyaannuuf dhugnu fi wantootni ijaan
mul'ataniif hin mul'anne muraasni fayyaa keenyaarratti miidhaa garaagaraa fidu. Namni tokko yoo fayyaa tahe
ka'ee deemuu danda'a, Yoo fayyaa ta'e baratee iddoo guddaa ga'uu danda'a, yoo fayyaa
ta'e hojjettee nyaachuu danda'a. Kanaaf Fayyaa keenya haa eeggannu.

Information

PackageName icon
ID:
com.fayyaakeenya.fayyaakeenya
category icon
Category:
update icon
Updated:
2018-05-11
version icon
Version:
1.0
requirements icon
Requires:
Android 4.0 or later
filesize icon
File size:
4.5MB
DOWNLOAD IS NOT SUPPORTED IN WEB STORE!
Use the latest version of 9Apps to download APK&OBB file of games in one click!
DOWNLOAD 9APPS